Skip to content
April 16, 2012 / qalbesa

New Afaan Oromo book by Oromo Writers

Afaan Oromo yeroo dheraaf gudina dhabe qancaraa turuun isaa beekamadha. Rakkoowan akka qancaran godhan bayyes ta’an rakkon siyaasa, dinagdee, barreessa cima dhabuu, dubbissaa damaqaa dhabuu isaan gurgudoota. Rakkowwan kana hunderra furuuf waldaan bareesitoota Oromo wagaa lamaan dura dhabachun isaa ni beekama. Haaluma kanaan erga dhabatee akka barbaadeti socho’u baatus sagantaa sadi qepheesu ummanni Oromo dhimma Afaan isarratti akka mar’atu godhee jira. Ammas ji’a kana dhummarratti seena Afaan Oromoo keessatti iddo gudda kan qabu, koonfaransii guyyaa tokko “dhimma Afaan keenyarratti yaa mari’annu” jedhuun qopheesaa jirra. Kanuma wajjin kitaabaa barresitoota Oromo torba ta’aniin barreffame ni eebbifama. Waraaqaan qoranno Afaan Oromorraatti xiyeefatan ni dhiyaatu. Kanaaf kitaaba kana dubbissaa sagantaa sanarratti argamuun yookin yaadan nu gargaarun dirqama lammummaa akka baatan isin gaafanna.

5 Comments

Leave a Comment
  1. Duudhaa / Apr 26 2012 11:18 am

    Anaadhufu jenneerra! Garuu EESSAAf YOOM gaggeeffama, yoo hirmaachuudhaaf fedha qabaanne maal gochuu qabna.

  2. Milky / May 4 2012 11:57 am

    baayyee gamadeera! haala kamiin argachuu dandeenya?

  3. kennaa shuumee lammii / May 10 2013 1:33 pm

    baay’ee namatti tola qaamaan isin gidduu dhaa dhabmnu illee yaadan isin waliin hiriirra.

  4. A. A W / Aug 17 2013 1:57 pm

    Thank you so much for giving us the opportunity to comment. I always wonder about Oromo. Many people including oromo do not know that people in Gojam, Wolo and showa who speaks Amharic this time are originally oromos. there are amazing histories and realities. if you please email me, I am voluter to give you antient books and real evidences. my email is below:

  5. Abunaa Abdallaa / Oct 15 2013 4:55 pm

    Galatomaa ,kana ol deemu qabna. Namoota fedhii fi tataafii qaban hunda osoo hirmaachise gaariidha. Anis nama akkasi keessa tokkodha.

Leave a reply to kennaa shuumee lammii Cancel reply